Miidhaa artistoota Oromoo Hawwii fi warra kaanirrattis guyyaa dheengaddaa Burayyuutti foolisin dhaaqabse kana Hawwiin Qananii waan lammii Norway taatef gaazexoonni biyya Norway afur gabaasan. Guyyaa 16.02.2020 bakkumatti marsaaretii ofii irratti gaazexoonni afur (Bergens avisen, Bergens Tidende, Dagbladet, VG) kan baasan yoo ta’u gaafa 17.02.2020 hedduun isaanii maxxansaa gaazexaa ofiitirratti qabatanii bahanii dubbistootaf dhiyeessan. https://www.dagbladet.no/studio/nyhetsstudio/5?post=27317&fbclid=IwAR3J_LkDw30QVX5zEezP9i1QvHN-vT50M2xeyCfWOmgS0NnjP5ICYhgnKn0