Guyyaa 29.02.2020 hoggantoonni ABO shaniif miseensonni hidhamuun niyaadatama.
Oromoon ilmaan abbaa tokkooti. Kaan hidhaa kaan faarsun hintaatu. Nuti hunduu ABO dha, KFO dha, PBO dha. Hidhamuu hoggontootaf miseensota ABO akkaan balaaleffanna! Bakkatti hiikamuu qabu. Bakka isaanii kan ummata ajjeesaa, hiisisaaf ergamuu diinaa ta’ee qeyee keenya gurgurachaa baye hidhamuu qaba.
Dhaaboliin Oromoo hunduu kana balaaleffachuun ibsa baasuuf hiriira mormii yaamuu qabu.Oromoo tuffii kana callifte taanan takka takkaan isin fixuuf deemuu, sirriitti hubadhaa.
Biyya keessaf biyya alaatitti hiriirri ariitidhaan yaamamee mootummaan Wayyaanee 2ssoon saaxilamuu qaba.