Mormiin Oromiyaa keessatti ka’e diinagdee biyyattii burkuteessuuf deema jedhame

Guyyoota muraasa dura qeerroon Oromiyaa keessatti yaamicha mormii gochuun niyaadatama. Haaluma kanaa keessattuu Baha fi kibba akkasumas jiddu gala keessatti karaa cufuuf sochii diinagdee ugguruu eegalamee jira. Idoowwan kaanittis suuta walgahaa jira. Mootummaan waraana Tigray ....

Continue reading

Waraana Wayyaanee(TPLF) irratti baname irratti Paartin Badhaadhinaa Oromiyaa waldura dhaabbatan

Odeeffannoo keessaa bahaa jiru akka addeessutti yeroo ammaa kana Paartin Badhaadhinaa Oromiyaa (ODP) jidduutti waldura dhaabbannaa dhalatee jira. Kunis Foolisii Oromiyaa torbee darbe karaa Affaarif karaa N. Amaaratiin Wayyaanedhaan loluudhaf ergaman kumaatamaan lakkaahama akkuma gahaniin ....

Continue reading
%%footer%%