Waraana Tophiyaan labsite – Maaltu ta’a?
Malkaa Awash Tophiyaan adda waraanaa hedduudhan ummata ofiirratti waraana bantee jirti. Waggaa lama dura ABO fi WBO irratti, ji’a afur dura ifatti ummata Oromoo guuturratti. Kaleessa gaafa 03.11.2020 MN Tigray irratti mootummaan nafxanyaa kan Abiy ....